Month: August 2025

ODUU 8/25

Moskoon Baha Afrikaa keessatti michuu tarsiimoo akkaTaanzaaniyaa hin qabu jette! OFM:Hagayya.26/2025-Doonii leenjii Smolensk qaama doonii Baaltik Raashiyaa ta’ee fi ergama leenjii fageenna dheeraa irra jirtu, daawwannaa leenjii fageenna dheeraadhaaf dhiyeessii…

ODUU 8/25

Tiraamp Loltoota Biyyaalessaa magaalota Amerikaa keessa bobbaasuu hordofee qeeqni dhagahamaa jira. ‎OFM:Hagayya.25/2025-Loltootni biyyaalessaa Ameerikaa yakka magaalota Amerikaa keessatti babal’ataa jiran akka to’ataniif Donaald Tiraamp bobbaasaniiru. Waashingitaniin kan eegalame amma gara…

ODUU 8/25

Hoggantoonni matta’aa gaafatan to’annoo jala oolafaman. OFM:Hagayya.25/2025-Hooggantoonni ‎Dhaabbata Tajaajila Qalmaa Finfinnee, tajaajila kennuuf matta’aa gaafatan lama to’annoo jala oolfaman. ‎ Daarekteera olaanaa dhaabbatichaa Obbo Sayid Indiris Kamaaliifi Itti aanaa isaanii…

ODUU 8/25

Aanaa Abee Dongorootti haleellaan Humnoota finxaaleyyii Faannootiin jabaatee itti fufe. OFM:Hagayya.25/2025-Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Abee Dongorootti haleellaan humnoota finxaaleyyii Faannoo jabaatee itti fufuun ibsame. Jiraattonni ganda Tulluu Mootii jedhamutti…

ODUU 8/25

Eeshiyaatti namoonni 586,000 akka baqatan ajajame! OFM:Hagayya.25/2025-Veetnaam obomboleettii tropical Typhoon Kajiki jedhamuun rukutamuuf qarqara irra akka jirtu ogeeyyiin haala qilleensaa biyyattii akeekkachiisan. Mootummaan namoota 586,000 akka baqatan ajajuu isaa BBCn…

ODUU 8/25

Indeeksii Nageenna Addunyaa (GPI) Itiyoophiyaan tarree biyyoota addunyaa nagaa xiqqaa qaban keessaa tokko jedhe. OFM:Hagayya.25/2025-Indeeksii Nageenna Addunyaa (GPI) Itiyoophiyaa fi Eertiraan biyyoota nagaa xiqqaa qaban jechuun addunyaa keessaa sadarkaa gadii…

ODUU 8/25

Giifti dureen Turkii Melaaniyaa Tiraamp akkuma kan Yukireen waa’ee ijoollee Gaazaas akka dubbatan gaafatan. OFM:Hagayya.25/2025-Giifti dureen Turkii Emiin Erdogaan giti isaanii kan US Melaaniyaa Tiraamp ijoollee Gaazaa haleellaa Israa’eliin dararamaa…

ODUU 8/25

Baankii Misooma Afrikaa Waggaatti Afrikaan sababa Malaammaltummaan Doolaara Biiliyoona 580 dhabdi jedhe. OFM:Hagayya.25/2025-Baankiin Misooma Afrikaa Afrikaan malaammaltummaa fi daddabarsa maallaqaa seeraan alaatiin waggaa waggaan doolaara biiliyoona 580 ol akka dhabdu…

ODUU 8/24

Awustiraaliyaatti Hiriirri deeggarsa Filisxeem guddaan gaggeeffame. OFM:Hagayya.24/2025-Awustiraaliyaatti deeggartootni Filisxeem kumootaan lakkaa’aman hiriira deeggarsaaf daandiitti bahuu qopheessitootni sagantichaa beeysisan. Mootummaan Awustiraaliyaa Filisxeemiif beekamtii kennuuf murteessuusaa hordofee hariiroon biyyattiin Israa’el waliin qabdu…

ODUU 8/24

Ministeerri Ittisaa US gamaaggama haleellaa Iraan booda hoogganaa tikaa ari’e! OFM:Hagayya.24/2025-Ministirri Ittisaa US Peet Heegiz haleellaa Ameerikaan Iraan irratti raawwate ilaalchisee gamaaggama dhihaate Waayit Haawus erga fudhachuu didee booda hoogganaa…