Category: Blog

Your blog category

ODUU/NEWS HAGAYYA 26/2026

US Bara 2016 fi 2026 jidduutti Viizaan 200,000 kenname haqamuufi!Yuunaayitid Isteetisiifi Deenmaarki Suudaan irratti Gamtaan Mootummootaa akka Qoqqobbii Meeshaa Waraanaa labsu dhiibbaa taasisaa jiru.Eertiraan dooniin boba’aa qarqara GalaanaYaman ‘ittii qabame…

ODUU/NEWS WAXABAJJII 26/2026

Saawud Arabiyaan tarkaanfii waraanaa Iraan irratti fudhatamu kamiyyuurratti akka hin hirmaanne mirkaneessite. OFM:Waxabajjii.26/2026.Sa’uudii Arabiyaan Tehiraan tarkaanfii waraanaa Rippabiliika Islaamaa Iraan irratti fudhatamu kamiyyuu keessatti akka hin hirmaanne mirkaneessuu isii maddeen…

ODUU/NEWS EBLA 27/2026

Duulli talaalliifi qorannoo fayyaa naannolee walitti bu’iinsaan miidhamanii fi tajaajilarraa hiiyxuutti argaman dhaqqabaa jira. Tiraampi dhukaasa Waayit Haawusitti muudateen ”hin yaaddofne” jedhan. Ministiirri dhimma alaa Iraan Puutiin waliin mariyachuuf gara…