ODUU/NEWS BITOOTESSA 30/2026
Kooriyaan Kaabaa Mootora Misaa’ela haaraa fi Humna caalaa US gahuu danda’u yaaluu beeysifte! OFM:Bitootessa.30/2026.Hogganaan Kooriyaa Kaabaa Kiim Joong-un yaalii motora misaa’ela boba’aa jabaa (Solid-fuel) haaraa humna misaa’ela biyya isaanii guddisee…
