ODUU/NEWSN FULBAANA 19/2026
Waliigalteen hojjettoota mana keessaa Itiyoophiyaa irraa gara Sa’udii Arabiyaatti taasifamaa ture yeroof addaan cite.Tiraampi wixinee labsii Raashiyaafi Iraan qoqqobuuf ba’e mallatteessan.Saanduqni yaada ummataa Filattoonni USwaraana Iraan waliin mormuun isaanii sadarkaa…
