Category: Oduu

ODUU/NE WS HAGAYYA 05/2026

Tiraampi Iraan yoo Hulaa Hormuuz hin banne ‘haleellaa laalessaatu’ isii eeggata jedhanRaashiyaan misaayeloota baalistikiitiin Kiyiiv keessatti namoota 14 ajjeeftee 22 immoo madeessite.Iraan USA harka micciiruuf dhiibbaa isii babal’isaa jiraachuun himame.Namoonni…

Oduu/News

Badhaafamtuu Noobeelii Naadiyaa Muraad Mootummoonni waadaa waggoota 75 dura seenan cabsaniiru jette. OFM:Adoolessa.30/2026.Mootummoonni waadaa galan kabajuu dhabuun Lammiileen miiliyoona 118 ol humnaan akka buqqaafaman sababa ta’eera jechuun Naadiyaan dubbatteetti. Dhaabbata…