Month: November 2025

ODUU/NEWS SADAASA 17/2025

Kaanaadaan Itiyoophiyaa dabalatee Lammiileen isii gara biyyoota Baha Afrikaa imala hin taasisne akeekkachiiste. OFM:SADAASA.17/2025.Itiyoophiyaa dabalatee biyyoota Baha Afrikaatti lammiileen Kaanaadaa akka hin imalle ministirri dhimma Alaa Kaanaadaa Anitaa Anaandi akeekkachiisa…

ODUU/NEWS SADAASA 17/2025

Maaleeziyaa magaalaa Perlis keessatti Yaa’iin Hayyoota Musliimaa Afrikaa-Eeshiyaa gaggeeffamaa ture xummurame. Saawud Arabiyaan torbee tokko keessatti lammiilee Itiyoophiyaa 1,000 ol daangaa ce’an to’annaa jala oolchuu ibsite. Qondaalli Ameerikaa duraanii Awurooppaan…

ODUU/NEWS

Ministeerri Barnootaa Doktoorummaa Kabajaatiin waammamuun hin danda’amu jedhe. OFM:SADAASA.16/2025.Mana Marii Bakka Bu’oota Uummataatti Koreen Dhaabbii Dhimmoota Misooma Qabeenna Namaa, Bobbii Hojii fi Teeknooloojii tibbana raawwii hojii damee barnootaa kurmaana jalqabaa…

ODUU/NEWS

Iraan Hulaa murteessaa ittiin boba’aan darbu hulaa Hormuzitti doonii fe’umsaa to’atte. OFM:SADAASA.16/2025.Koreen Eegdota Warraaqsaa Islaamaa Iraan (IRGC) Jimaata ganama hulaa Hormuzitti doonii boba’aa to’achuu mirkaneesseera. Dooniin alaabaa Odoola Maarshaal qabu…

ODUU/NEWS

Afrikaan Kibbaa Lammiilee Filisxeem ‘iccitiin’ gara biyyattii geeffaman akka qorattu ibsite. OFM:SADAASA.15/2025-Pireezidaantiin Afrikaa Kibbaa Siriil Raamaafoosaa dhimmi xayyaara ‘icciitiin’ lammiilee Filisxeem 153 Gaazaa irraa Afrikaa Kibbaatti buuse ni qoratama jedhan…

ODUU/NEWS

Masriin buufata doonii haaraa, jiddugala loojistikii Jibuutii keessatti ijaaruufi. OFM:SADAASA-10/2025-Masriin Jiddugala daldala idil-addunyaa guddittii Itiyoophiyaa kan taate Jibuutii keessatti invastimantii guddaa akka gootu beeysiftee jirti. Kunis kan ta’e Masriin buufata…

ODUU/NEWS

Huutiin Seelii Qaama Odeeffannoo Ameerikaa, Israa’elii fi Sa’udii ta’an booji’eera jedhe. OFM:SADAASA-09/2025-mootummaa Huutii jala jiru Ministeerri Biyya Keessaa kaleessa hojii nageennaa addaa gaggeessuu fi seeliin toora basaasaa qabamuun to’atamuu xummuramuu…