ODUU/NEWS ONKOLOOLESSA 17/2026
Raashiyaan muddama Itiyoophiyaafi Ertiraa jaarsummaan furuuf gaaffii dhiyeessite. Tiraamp Aangoo pireezidaantummaa isaanii fayyadamuun qoqqobbii hedduu Raashiyaa irraa kaasan. Ogeeyyiin Riqichi daangaa Chaayinaa fi Kooriyaa Kaabaa daldala guddisuuf waan guddaa hojjechuu…
ODUU/NEWS
Mormiin farra mootummaa hammaataa dhufuun poolisiin Albaaniyaa rasaasa laastikaa dhukaase. OFM:Onkoloolessa.17/2026.Poolisiin Albaaniyaa magaalaa guddoo Tiranaatti mormitoota farra mootummaa irratti rasaasa laastikaa dhukaase, yeroo muummichi ministeeraa Edi Raama aangoo gadhiisuuf gaafatameen…
ODUU/NEWS ONKOLOOLESSA 15/2026
Tiraamp Qorannoo Boba’aa, Gaazii, Albuudaa Giriinlaanditti akka jalqabu himan.WSJ’ Bulchiinsi Tiraamp Ilhaan Omar irraa Lammummaa U.S. mulquu barbaada jedhe.Dhaabbanni miti mootummaa Ispeen gatii boba’aa kaasuun hojii baraarsaa Meditiraaniyaanii addaan kute.Iraan…
ODUU/NEWS ONKOLOOLESSA 14/2026
Tiraamp Huutiin filannoo US dura gatii boba’aa ol kaasuuf yaalaa jiru jedhan. Injiinarri OpenAI meeshaa waraabbii galma walgahii keessatti dhaabe, hojiirraa gaggeeffamuun himanni irratti baname. Hogganaan basaasaa UK Iraan iddoowwan…
ODUU/NEWS
Kooriyaan Kaabaa misaa’ela balistikii hedduu gara galaanaatti dhukaaste. OFM:Onkoloolessa.13/2026.Kooriyaan Kaabaa misaa’ela balistikii dachaa qarqara baha galaanaasiitti dhukaasuusii waraanni Kooriyaa Kibbaa beeysise. Hoggantoonni waloo Kooriyaa Kibbaa akka jedhanitti, misaa’eloota Wiixata naannoo…
ODUU/NEWS ONKOLOOLEESSA 13/2026
Somaaliyaan muddama Itiyoophiyaafi Ertiraa jidduutti dhalate ilaachisee ijjannoo walabaa akka qabdu ibsite.Poolisoonni immigireeshinii mana Ilhaan Omaar sakatta’an.Haleellaan Huutii hammaannaan aanga’oonni Sa’uudii buufatni xiyyaaraa Riyaad akka cufamee turu murteessan.NATOn yoo Gamtaan…
