Month: August 2025

ODUU/NEWS

Tigraayitti Gogiinsi mul’ate Horii kuma hedduu galaafate. OFM:Hagayya.03/2025-Gogiinsi Naannoo Tigraayi Jiddu galeessaa gammoojjii Timbiyeenitti torbee kana muudataa jiru rakkoo nagaa naannicha jirutti dabalata haala hammaataa fidaa jiraachuun himame. Gammoojjiin Timbeeyin…

ODUU/NEWS

Hamaas hanga biyyi walabaa Filisxeem ijaaramutti ‘waraana hin hiikkadhu’ jedhe. OFM:Hagayya.03/2025-Israa’el Gaazaatti dhukaasa dhaabuuf wantoota akka haldureetti qabatte keessaa tokko Hamaas waraana akka hiikkatu ta’us, garichi garuu hanga biyyi walabaa…