Author: Abdella Gemmedu

ODUU/NEWS

Gamtaa Awurooppaa daangaan Yuukireen humnaan jijjiiramuu hin qabu jedhe. ‎OFM:Hagayya.12/2025-Hooggantootni Awurooppaa ibsa baasaniin ummanni Yuukireen egeree isaa murteeffachuuf bilisummaa qabaachuu akka qabu ibsaniiru. Hooggantootni Gamtaa Awurooppaa daangaawwan Yuukireen humnaan akka…

ODUU/NEWS

Jiraattota hidha Laga daadhii fi Dirree gara gadiitti argamaniif akeekkachiisni kenname. OFM:Hagayya.11/2025-Abbaa Taayitaa Bishaanii fi Dhangala’aa “Jiraattonni hidhaalee gadi jiran miidhaan akka hin geenne of eeggannoo akka godhan gaafanna” jedhe.…

ODUU/NEWS

Taphataan buunyaa dorgommii irratti morkataa isaatiin mataarra dhahame du’e. OFM:Hagayya.11/2025-Hiroomaasaa Uraakaa dargaggeessa ganna 28 yoo tahu, Hagayya 2 Tookiyootti osoo dorgommii irra jiruu morkataa isaatiin mataarra dhahame. Miidhaa sammuu isaarra…

ODUU/NEWS

Former President Donald Trump has announced a plan to address crime and homelessness in Washington DC, calling for the immediate removal of homeless individuals from the capital and deploying hundreds…

ODUU/NEWS

Armenia and Azerbaijan signed a historic peace agreement at the White House, brokered by President Donald Trump, aimed at ending nearly four decades of conflict over the Nagorno-Karabakh region. The…