ODUU/NEWS SADAASA 28/2025
Miyaanmaaritti Kirkirri lafaa hamaan muudachuun fageenna dheeraa rratti Baankookitti miidhaa dhaqqabsiise. OFM:Sadaasa.28/2025-Jaarmiyaan qorannoo dachee US Geological Survey jedhamu kirkiri lafaan hamaan Miyaanmaaritti muudate kun magniitiyuudii 7.7 ta’uu mirkaneesseera. Iddoon balaan…
