ODUU/NEWS Sadaasa 19/2025
Raashiyaan bu’uuraalee annisaa Yukireen haleeluu dhaabuu fudhattee, guutummaatti dhukaasa dhaabuu garuu didde.OFM:Sadaasa.19/2025-Pireezdaant Viladimir Puutin Yukireen keessatti dhukaasa hatattamaa fi guutuu ta’e dhaabuu didanii, garuu ammoo haleellaa bu’uuraalee anniisaa irratti raawwatamu…
