OFM;ODUU/NEWS AMAJJII 15/2026
Seattle Police Department (SPD) held a significant community meeting today, January 14, 2026, called “Our City, Our Safety” at the Rainier Beach Community Center, where Chief Shon Barnes and South…
Seattle Police Department (SPD) held a significant community meeting today, January 14, 2026, called “Our City, Our Safety” at the Rainier Beach Community Center, where Chief Shon Barnes and South…
Raashiyaan uggura Ameerikaan irra keesse hordofee imala viizaa irraa bilisa biyyoota Afrikaa gara 15tti guddisuufi. OFM:Amajjii.14/2026.Raashiyaan uggura Ameerikan biyyoota Afrikaa irra keesse hordofee imala viizaa irraa bilisa ta’e biyyoota Afrikaa…
Humnaan qabsoon godhamu Ameerikaa fi Deenmaark jidduutti hammaataa dhufe. OFM:Amajjii.14/2026.Gaaffiin Ameerikaan Giriinlaandiin naannoo mataa isii akka taasiftu haaromtee jirtu hoggantoota Deenmaarkii fi Giriinlaandii biratti mormii cimaa uumuun waldhabdee waraanaa Arkitik…
Giddugalli Tursiisaa Yeroo Qilinxoo Shakkamtootaan garmalee guutame. Godina Lixa Oomootti lammileen Turkii daawwannaarra turan lamaafi shufeerri tokko hidhattootaan ajjeefaman. Ameerikaan biyyoota Iraan waliin daldalan irra taarifa %25 keesse. Kibba baha…
YouTuber’ beekkamaan ‘IShowSpeed’ Finfinnee seene. OFM:Amajjii.13/2026.‘YouTuber’ Ameerikaa beekkamaan ‘IShowSpeed’ yookaan Daaren Waatkiins Finfinnee daawwatee jira. Hordoftoota miiliyoona 100 fi miiliyoona 50 ol kan qabu Daaren Waatkiins, Finfinnee wayita daawwatu kanatti…
Walga’iin idilee Koree Dhaabbii Gamtaa Afrikaa nageenna bishaan Afrikaa irratti xiyyeeffate har’a eegala. Bulchiinsi Tiraamp humna dabalataa gara Minesotaa erguufi. US Kuubaa akeekkachiistee, ‘Osoo hin barfatin waliigalteerra ga’uu ykn balaa…
Ministirri Dhimma Alaa Iraan Abbaas Araqichi akka jedhanitti, jeequmsi biyyattii keessatti uumame ”guutumaan guututti to’annoo jala ooleera” jedhan. OFM:Amajjii.12/2026.Ministirri Dhimma Alaa Iraan Abbaas Araqichi jeequmsa kutaalee biyyattii adda addaa keessatti…
Miniyaapolisitti mormii dhalateen poolisiin madaaye, namootni hidhaman. OFM:Amajjii.11/2016.Dubartiin qaamolee seera Immigireeshinii kabachiisanii itti dhukaafamee du’uusii hordofee mormii dhalateen Poolisiirra miidhaan gaheera, Namoonni 29 akka to’atamanis gabaafame. Poolisiin tokko cabbiin itti…
U.S. Central Command announced that American forces launched “large‑scale strikes” against ISIS targets in Syria as part of Operation Hawkeye Strike. The mission was ordered by President Donald Trump after…
Abbaan taayitichaa Sirna eebbaa irratti boba’aan dhangalaasuun miidiyaa gubbaatti mul’ate; buufaticha uggure! OFM:Amajjii.10/2026.Abbaan Taayitaa Boba’aa fi Inarjii naannoo Oromiyaa Godina Arsii Aanaa Diiksis Magaalaa Hamdaa keessatti buufata gaazaa hojii jalqabuu…