Category: Oduu

ODUU/NEWS

Mishigaanitti namichi dhukasa banee waldaa gube namoota afur galaafate. OFM:Fulbaana.29/2025-Mishigaanitti hidhataan tokko konkolaataadhan waldaa amantoota Kisristaanaa konkolaataadhaan cabsee seenee dhukaasa banuun ibidda itti qabsiise namoota afur galaafatee namoota biroo saddeet…

ODUU/NEWS

Koreen Imaammata Maallaqaa Baankii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa irraa ibsa kenne. OFM:Fulbaana.29/2025-Koreen Imaammata Maallaqaa Baankii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa ibsa baaseen, qaala’insi gatii yeroo dhaa gara yerootti hir’achuun dhibbantaa 13.6 irra ga’uu ibseera. Kanaafis…

ODUU/NEWS

Ruutoon Eebba Hidha Haaromsaa Guddicha Itiyoophiyaa irratti argamuun Masrii biratti mufannaa uume! OFM:Fulbaana.25/2025-Masriin Pireezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoon eebba Hidha Haaromsa Guddicha Itiyoophiyaa (GERD) irratti argamuun booda mufannaa isii ibsite. Taateen…

ODUU/NEWS

Poolisiin Israa’el namicha Netaaniyaahuu ajjeesuuf Buufata Poolisiitti beeysise to’ate. OFM:Fulbaana.25/2025-Namichi Ministiira Muummee Israa’eel Beeniyaamiin Netaaniyaahuu ajjeesuuf itti dhaadate, to’annaa jala ooluu poolisiin biyyattii beeysiseera. Poolisiin akka beeysisetti namichi umuriinsaa waggaa…

ODUU/NEWS

Pireezidaantiin Iraan kora UN irratti Israa’el himatan. OFM:Fulbaana.24/2025-Pireezidaant Masuud Pezesjkiyaan ”eennutu addunyaa goolaa jira isinitti fakkaata?” jechuun gaaffiidhaan eegalan. Itti aansuun haleellaa fi dararaa Israa’el Baha Jiddugaleessaa keessatti raawwataa jirtu…

ODUU/NEWS

Dureen Sooriyaa ammaa pireezidaantion duraanii Asaad Sooriyaa diige jedhan. OFM:Fulbaana.24/2025-Pireezidaantii Sooriyaa Ahmad al-Shaaraa kora UN irratti wayita haasaa taasisan biyyisaanii barbadaa’uu isiif nama isaan dura pireezidaantii biyyattii turan Bashaar al-Asaad…

OFM;ODUU FULBAANA 24/2025

Imbaasiin Ameerikaa Lammiilee isii Seera Immigireeshinii Itiyoophiyaa kabajuus akka qaban yaadachiise. OFM:Fulbaana.24/2025-Imbaasii U.S. kan magaalaa Finfinneetti argamutti ambassadara kan ta’an Erviin Masingaa lammiileen Ameerikaa kan Itiyoophiyaa keessa jiraatan ykn daawwannaaf…