ODUU/NEWS GURAAN DHALA 22/2026
Haangaariin Yukireeniif liqii Yuuroo biiliyoona 90 ramadamee ture uggure! OFM:Gurraandhala.21/2026.Haangaariin hanqina baajata biyyattiin qabdu uwwisuufi meeshaa waraanaa akka bitattu qarqaaruuf liqii Yuuroo biiliyoona 90 Gamtaan Awurooppaa irraa Yukireenif kenne uggurtee…
