Category: Oduu

ODUU/NEWS

Raashiyaan talaallii kaansarii argachuu isii ifoomsite! OFM:Hagayya.04/2025-Talaalliin kaansarii Raashiyaa keessatti hojjetamee fi dhukkubsattoota kaansariif kennamu Adoolessa bara 2025 kan oomishamu yoo ta’u, fayyadamtootaaf bilisaan akka dhiyaatu The Economic Times gabaaseera.…

ODUU/NEWS

Tigraayitti Gogiinsi mul’ate Horii kuma hedduu galaafate. OFM:Hagayya.03/2025-Gogiinsi Naannoo Tigraayi Jiddu galeessaa gammoojjii Timbiyeenitti torbee kana muudataa jiru rakkoo nagaa naannicha jirutti dabalata haala hammaataa fidaa jiraachuun himame. Gammoojjiin Timbeeyin…

ODUU/NEWS

Hamaas hanga biyyi walabaa Filisxeem ijaaramutti ‘waraana hin hiikkadhu’ jedhe. OFM:Hagayya.03/2025-Israa’el Gaazaatti dhukaasa dhaabuuf wantoota akka haldureetti qabatte keessaa tokko Hamaas waraana akka hiikkatu ta’us, garichi garuu hanga biyyi walabaa…

ODUU/NEWS

The humanitarian crisis in Gaza has deepened despite claims from Israeli Prime Minister Benjamin Netanyahu that “there is no starvation.” He maintains that Israel has consistently allowed aid into Gaza…

ODUU/NEWS

tiyoophiyaa biyyoota Afrikaa liqaa guddaa fudhatan keessa tokko taate. Oliyyannoo Luba Balaay fi kaan malaammaltummaan “nurratti murtaa’uu hin qabu” jedhurratti murtiin kennamQondaalli Tiraafika Filooriidaa viidiyoon garmalee qoodameen walqabatee hojii irraa…

ODUU/NEWS

Indiyaafi Biriteen waliigaltee daldalaa doolaara biiliyoona jahaa walii mallatteessan. OFM;Adoolessa.25/2025-Ministirri Muummee Indiyaa Naareendiraa Moodiifi gitasaanii Biriteen Sar Kiir Staarmar waliin waliigaltee daldalaa doolaara biiliyoona jahaa mallatteessaniiru. Waliigalteen kun Yunaayitid Kiingidam…

ODUU/NEWS

Koomishiniin Poolisii Affaar Odeeffannoon Fuula Miidiyaa Hawaasaa Isaarratti Maxxanfame kan miseensa “Diinatti dheesseetiin” ta’uu ibse. OFM:Adoolessa.24/2025-Komishiniin Poolisii naannoo Affaar ibsa baaseen odeeffannoowwan tibbana fuula Feesbuukii isaa irratti maxxanfamaa jiran ergaa(dhaamsa)isaa…

ODUU/NEWS

Obaamaan dubbii Tiraamp ‘na ganeera’ jechuun isa himatetti mufate. OFM:Adooleessa.24/2025-Pireezidaantiin amma Ameerikaa bulchaa jiran Doonaald Tiraamp Pireezidaantii duraanii biyyattii Baaraak Obaamaa bara 2016 akka filannoo hin mo’anneef ”na gananiiru” jechuun…