Category: Oduu

ODUU/NEWS

The body of Jose Argueta-Chavarria, a 45-year-old man who went missing in August 2023, was recovered from Lake Washington on April 11, 2025. Seattle police used a submersible remote-operated vehicle…

ODUU/NEWS

The shooting at Florida State University in Tallahassee has left the campus and community in shock. Two people were killed, and six others were injured, including one in critical condition.…

ODUU/NEWS

Tiraamp Chaayinaa irratti taarifa gara dhibbeentaa 245tti ol guddisan. OFM:Muddee.16/2025-Ameerikaan taarifa Chaayinaa irraa gara dhibbeentaa 245tti ol guddifteetti. Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp Ameerikaan taarifa Chaayinaa irraa gara dhibbeentaa 245tti ol…

ODUU/NEWS

SEATTLE — Police are searching for the driver involved in a hit-and-run that left a woman critically injured in the North Beacon Hill neighborhood during the morning commute. The incident…

ODUU/NEWS

Aljeeriyaan hojjettootni Embasii Faransaay 12 biyyaa akka bahan ajajje. OFM:Muddee.14/2025-Aljeeriyaan hojjettootni eembasii Faransaay 12 sa’aatii 48 keessatti biyyatti gadhiisanii akka bahan ajajuu Ministeerri Haajaa Alaa Faransaay mirkaneesse. Zhoon No’eel Baarot…

ODUU/NEWS MUDDEE 12/2025

Ministirri Haajaa Alaa Iraan marii dhimma niikuleeraa US waliin godhamuuf Omaan galan. OFM:Muddee.12/2025-Abbas Araachii televizhinii Iraan waliin haasaa godhaniin marii US waliin Dilbata gaggeeffamu irraa ”waliigaltee haqaa” akka barbaaddu dubbatan.…

ODUU/NEWS MUDDEE 12/2025

US hoggantuu buufata waraanaa Giriinlaand Vaans ‘tuffachuu isaaniif’ hojiirraa ariite. OFM:Muddee.12/2025-Hoggantuun buufata waraanaa Ameerikaa Giriinlaanditti argamuu, erga qeequmsa itti aanaa pirezidaanti JD Vaansiin Deenmaark irratti dhiyeessan irraa of fageessuuf iimeelii…