Category: Oduu

ODUU/NEWS Sadaasa 2025

Israa’el haleellaa haaraa Gaazaa irratti banteen namoonni 220 du’uun himame. OFM:Sadaasa.18/2025-Israa’el haleellaa bifa haaraan Gaazaa irratti banteen Filisxeemonni 220 du’uu ministiirri fayyaa Gaazaa beeysise.Humni Waraana Israa’el gamasaan “mandheewwan shororkeessitootaa” Hamaas…

ODUU/NEWS Sadaasa 17/2025

Awurooppaatti Hooggantuun Imaammata Alaa, Raashiyaan waliigaltee nagaa hin feetu jedhan.Sadaaaa.18/2025-Manni Maree Dhimma Alaa Gamtaa EU dhimma waraana Yukireen irratti mariyatan.Hooggantuun Imaammata Alaa gamtichaa Kajal Kallas torban darbe Jiddatti Ameerikaafi Raashiyaan…

ODUU/NEWS

Recent events at Columbia University have sparked significant concern among international students and the broader campus community. Federal agents arrested Leqaa Kordia, a Palestinian student who overstayed her visa after…

ODUU/NEWS

Ameerikaan Ambaasaaddara Afrikaa Kibbaa ariite.OFM:Sadaasa.15/2025-USAn Ambaasaaddara Afrikaa Kibbaa erga bulchiinsa Tiraamp qeeqanii booda ariite.Bulchiinsi pireezidaantii Doonaald Tiraamp Ambaasaaddarri Afrikaa Kibbaa Ebrahim Rasool Kana booda biyya keennatti fudhatama hin qabani jedhaniiru.Ministirri…

ODUU/NEWS

Labsiin namni dhuunfaa Qabeenna bosonaa irratti miidhaa dhaqqabsiise itti gaafatamu labsame waggoota shan ta’us hojiirra hin oolle jedhame.OFM:Sadaasa.15/2025-Namootni dhuunfaa qabeenna bosona irratti har’allee miidhaa geessisan bu’uura labsii fi dambii baheen…

ODUU/NEWS

Kantiibaan Magaala Hawaasaa duraanii hidhaa Waggaa 13n adabaman. OFM:Sadaasa.14/2025-Gargaaraa Piroofeesaraa Tsaggayee Tukee Kantiibaa Magaalaa Hawaasaa duraanii kan turan hidhaa waggaa 13 fi qarshii kuma 21’n adabamuun himame.Manni Murtii Ol’aanaa magaalaa…

NEWS

NORTH BEND, Wash. — Interstate 90 was closed in both directions Thursday evening following multiple semi-truck crashes between North Bend and Ellensburg. The Washington State Department of Transportation (WSDOT) first…

ODUU/NEWS

Finciltoonni Huutii Yaman haleellaa dooniiwwan Galaana Diimaa irratti raawwatan deebi’anii akka jalqaban doorsisan.OFM:Sadaasa.13/2025-Daandiin Galaana Diimaa daldala addunyaatiif filannoo geejjibaa murteessaa ta’e kun ji’oota lamaaf erga banamee booda yeroo ammaattti yaaddoo…