ODUU/NEWS MUDDEE 12/2025
Ministirri Haajaa Alaa Iraan marii dhimma niikuleeraa US waliin godhamuuf Omaan galan. OFM:Muddee.12/2025-Abbas Araachii televizhinii Iraan waliin haasaa godhaniin marii US waliin Dilbata gaggeeffamu irraa ”waliigaltee haqaa” akka barbaaddu dubbatan.…
ODUU/NEWS MUDDEE 12/2025
US hoggantuu buufata waraanaa Giriinlaand Vaans ‘tuffachuu isaaniif’ hojiirraa ariite. OFM:Muddee.12/2025-Hoggantuun buufata waraanaa Ameerikaa Giriinlaanditti argamuu, erga qeequmsa itti aanaa pirezidaanti JD Vaansiin Deenmaark irratti dhiyeessan irraa of fageessuuf iimeelii…
ODUU/NEWS
Fiigicha ‘Giraandi Slaam’ irratti Atileet Dirribee Waltajjiin injifatte. OFM:Muddee.06/2025-Atileet Dirribee Waltajjiin Fiigicha ‘Giraandi Slaam’ meetira kuma 1 fi 500 dubartoota jidduutti dorgomame injifatte. Fiigicha Giraandi Slaam Jaamaayikaatti dorgomameen Atileet Dirribee…
ODUU/NEWS
Ameerikaafi Chaayinaan dhimma qaraxaarratti kokkeerra wal-ijjatan. OFM:Muddee.05/2025-Biyyootni addunyaa dinagdeen badhaadhan lamaan chaayinaafi Ameerikaan kokkeerra wal-dhaabatuu isaaniitu himama. Lamaan isaaniitu ejjennoo isaanirraa duubatti deebi’uuf agarsiiftuun tokkollee akka hon jirreedha xiinxaaltoonni kan…
