Loltoota US Waayita Hawus biratti itti dhukaafame lamaan keessaa, tokko lubbuun darbite.
OFM:SADAASA.28/2025.Loltoota Ittisa Biyyaa US lama Waashingiten DC ollaa Waayita Hawusitti Roobii darbe rasaasaan rukutaman lamaan keessaa tokko lubbuun isii darbuu pireezidaantiin US Doonaald Tiraamp himan. Shamarree waggaa 20 kan taate…
OFM;ODUU/NEWS SADAASA 26/25
Ajajaan waraanaa US MM Dr.Abiyyii fi F/Maarshal Biraanuu waliin mariyatan. Ertiraan ‘Hawwiin ulaa galaanaa Itiyoophiyaa aggaammii walabummaa kiyyarratti dhufedha’ jette. Chaayinaan Jaappaan akeekkachiifte: Misaa’ela naannoo Taayiwaanitti bobbaasuun ‘balaa guddaa qaba’.…
ODUU/NEWS
Faawndeeshiiniin Rufayidaa Dubartoota Karaalee gara garaatiin Gumaacha Taasisan Badhaase. OFM:SADAASA.24/2025. Faawundeeshiniin Dubartoota Rufayidaa badhaasa Rufayidaa jalqabaa kan qopheesse yoo ta’u, dubartoonni Musliimaa damee adda addaatiin gumaacha olaanaa taasisan badhaafamaniiru. Saganticha…
OFM;ODUU/NEWS SADAASA 22/2025
Tiraampii fi kantiibaan Niwu Yoork Zoohraan Mamdaanii walitti dhaadataa turan Waayiit Haawusitti wal-arguun mari’atan. OFM:SADAASA.22/2025.Zoohraan Mamdaanii yeroo kantiibaa magaalaa Niwu Yoork ta’uuf duula na filadhaa gaggeessu, nama siyaasa ‘sooshaalistii’ gaggeessu,…
OFM;ODUU SADAASA 21/2025
Abbaan Alangaa Veenzuweelaa Badhaasa Noobeeliisii yoo fudhatte akka baqattuu siyaasaa adamfamtuutti ilaalamti’ jedhe. OFM:SADAASA.21/2025.Hoggantuun mormituu Veenizuweelaa, Noorweey deemtee yoo badhaasa Noobeelii Nagaa fudhatte akka nama to’atamuurraa ”baqataa” jirtuutti ilaalamtee adamfamti…
OFM;ODUU/NEW SADAASA 20/2025
Tiraamp kantiibaa Niiw Yoork haaraa filame Zoohraan Maamdaanii waliin wal-arguufi. OFM:SADAASA.20/2025.Pireezidaant Tiraamp kantiibaa Niiw Yoork haaraa filame Zoohraan Maamdaanii waliin Waayit Haawusitti wal-arguufi. Arrabsoofi jecha walitti darbachuu yeroo filannoo magaalattii…
