Category: Oduu

ODUU/NEWS

OFM:Guraandhala.22/2025-Tiraamp Jeneraala Waraanaa Ol’aanaaa Biyyattii hojiirraa kaasan.Pirezidaant Doonaald Tiraamp qondaala Ameerikaa keessatti sadarkaa ol’aanaarra jiru CQ Biraawuun hojiirraa ari’aniiru. Biraawuun dura taa’aa ajajoota waliigalaa humna waraanaa ture.Donaald Tiraamp hoggansa waraanaa…

ODUU HAARAWA

OFM:ODUU GADDAA:Guraandhala.21/2025 Abbaa Tamaam(H/Abubakar Dhadachoo)Du’aan Addunyaa tanarraa godaanan. Abbaan Tamaam yookiin Sheekni Gannaalee, Jireenni isaanii Aanaa Heexosaa, Magaalaa Itayyaa yoo ta’u, Nama Hawaasa Aanaa Heexosaatiin jaallatamummaa, maqaa gaarii, akkasuma dhageettii…

ODUU/NEWS

OFM:Guraandhala.20/2025-Imaltoota balaa xiyyaaraa Torontoo irraa hafaniif doolaarri 30,000 kennamuufi jedhame. Daandiin Qilleensaa Deeltaa imaltoota xayyaara Wiixata darbe balaan isaan muudateef doolaara 30,000 akka kennu hime. Xayyaarri Ameerikaa irraa ka’ee magaalaa…

ODUU/NEWS

OFM:Guraandhala.16/2025-Hoggantoonni Awurooppaa dhimma waraana Yukireen irratti torban dhufu walga’ii atattamaa ta’uuf.________________________________________Hoggantoonni Awurooppaa ejjennoon Donaald Tiraamp isaan yaaddesse, dhimma Yukireen irratti kora atattamaa akka taa’uuf jedhan ibsame. Walga’ii kana taa’uun kana…

ODUU/NEWS

Ukrainian President Volodymyr Zelenskyy stated that it would be extremely difficult for Ukraine to survive without U.S. military support during and after Russia’s invasion. He emphasized the importance of this…

ODUU/NEWS

Western Washington is facing significant winter weather this week, with snow beginning early Wednesday morning. A Winter Weather Advisory is in effect through 10 a.m. Thursday, covering areas such as…