UK’tti Ambaasaaddarrii Ameeerikaa aangoorraa kaafame.
OFM:Fulbaana.11/2025-Yunaayitid Kingidamitti Ambaasaaddarri Ameeerikaa Piitar Maandelsan aangoorraa kan ari’aman hariiroo namticha ijoollee waliin saal-qunnamtii raawwachuun balleessaan iitti muramee Jeefirii Ippistaayin waliin qabuun walqabata jedhan.
Ministirri Waajjiraalee biyyoota alaa Istiifan Daahutii paarlaamaa biyyattiitti akka himanitti, Maandelsan hariiroo jabaan Ippistaayin waliin qabu’’ kan yeroo muudamuurra gargari’’ jedhan.
Dhaamsi imeelii Maandelsan bahe murtoon balleeessaa jalqaba Ippistaayinii irratti darbe dogongora jechuu isaa Istiifan Daahutii himeera jechuun kan gabase Al Jazeera’dha.
Ministirri Muummee UK Kiir Istaarmer imeeliin Piitar Maandelsan Jeefirii Ippistaayiniif erge’’ kan balaaleefffatamu’’ jedhaniiru.