Raayyaan Ittisa Biyyaa ‘Gaaffiin Asab sirrii akka hin taanetti afaanfaajjii uumuun baandummaadha’ jedhe. Irreessi Tokkummaa, Jaalalaafi obbolummaa akka jabeessu ibsame. Tiraamp Netaaniyaahuu Waayit Haawusitti waamuun waraana Gaazaa dhaabuu irratti mariyachuufi. Keeniyaan himannaa “Keeniyaan lola Suudaan keessaa harka qabdi” jedhu haalte.OFM