Hogganaan Raayyaa Ittisa Federaalaa Itiyoophiyaa duraanii Jeneraal Saamoraa Yenus namoota nageenna naannoo Tigraay booressan irratti tarkanfiin fudhatamuu qaba jedhan. Ameerikaan Chaayinaan iccitiin yaalii niwukilaraa akka taasifte himatte! Hogganaan Hamaas Khaled Meshaal gareen isaanii bulchiinsa biyya Alaa Gaazaa keessatti hundeeffamu kamiyyuu akka hin fudhane himan. Badhaafamtuun Noobeelii Nargis Mohammadi hidhaan waggaa 7 dabalataan itti murtaa’e! Harka mirgaa Ministira Muummee Biriteen Keir Starmer, Morgan McSweeney aangoo gadhiise!
