Waldaan Haakimoota Oromiyaa komiin kafaltii yeroo hojii sa’aatii dabalataa(Duty) ogeeyyii fayyaa akka furamu gaafate.
Ji’oota jahan darban Affaaritti godaantotni seeraan alaa 8000 tti tilmaaman to’annoo jala oolfamuun ibsame.
Miniisootaatti miseensi Seera Kabachiisaa Imaltootaafi Gumurukaa(ICE) dubartii tokko ajjeese.
Ameerikaan lakkoofsa biyyoota Afrikaa viizaaf qarshii qabsiisan dabalte.

Comments (0)

Your email address will not be published. Required fields are marked *