Tuutni Gadaa Michillee Gooba kennuuf Tarree Leediitti Buttaa qale! Alii Ahimad taphataan hidda Oromoo qabu Noorwich Siitiif mallateesse. Deenmaark doorsisa Tiraamp Giriinlaandii irratti geeggeessan akka dhaaban akeekkachiifte. Ameerikaan Veenzuweelaa keessatti jidduu seenuun loltoonni Kuubaa 32 ajjeefaman.https://youtu.be/jmiRdbq4Yo8?si=W3z31H9DTomO_O6a

Comments (0)

Your email address will not be published. Required fields are marked *