Hiriirri dhaadannoo “Pireezidaanti Tiraamp harka keessan Itiyoophiyaa fi Afrikaa irraa kaasaa” jedhu gaggeeffamuufi. Pireezidaant Tiraamp “Tarbaayinoonni qilleensaa kasaaraa dha;Chaayinaan gowwoota bitaa jirti” jedhan. Waraanni Suudaan daa’imman miliyoona 8 barnoota irraa uggure” Faransaay haasaa Tiraamp ‘oduu sobaa jechuun kuffifte. Israa’eel haleellaa Gaazaatti gaggeessiteen gaazexeessitoonni sadii ajjeefaman.

Comments (0)

Your email address will not be published. Required fields are marked *