OFM;ODUU/NEWS MUDDEE 18/2025
Gosti haaraan Homo erectus jedhamu, gosa Homo erectus isa kanaan dura beekamu irraa adda ta’e, naannoo Affaaritti argame. OFM:Muddee.17/2025.Qorannoo Arkiyooloojii Goonaa, eyyama Abbaa Taayitaa Eegumsa Hambaalee Itiyoophiyaatiin qorannoo gaggeessuun gosa…
OFM;ODUU/NEWS MUDDEE 15/2025
Namni hidhattoota Awustiraaliyaatti namoota ajjeesan keessaa tokkorraa qawwee butuun leellifamaa jiru badhaafame. OFM:Muddee.15/2025.Ahmad al Ahmad gootummaa agarsiiseen maallaqni deeggarsaa walitti qabamaafi jiru dolaara kuma dhibbaan lakkaawama. Kanneen deeggarsa maallaqaa kennan…
OFM;ODUU/NEWS MUDDEE 15/2025
Mootiin gonfoo Sa’udii Baarseloonaa fudhachuufi jedhame. OFM:Muddee.15/2025.Mootiin gonfoo Sa’uudii Arabiyaa Mohaammad Bin Salmaan Al Sa’uud kilabii kubbaa miilaa Ispeen FC Baarseloonaa fudhachuuf yaadaa akka jiran ibsamaa jira. The Guardian gabaasa…
OFM;ODUU/NEWS MUDDEE 14/2025
Pireezidaantiin Turkiyaa Recep Tayyip Erdogaan Galaanni Gurraachi weerara kamirraayyuu bilisa akka ta’u gaafatan. OFM:Muddee.14/2025.Waldhabdeen Galaana Gurraacha keessatti uumamu naannicha tasgabbii kan dhabsiisu yoo ta’u, Raashiyaas ta’e Yukireen faayidaa kan hin…
OFM;ODUU/NEWS MUDDEE 14/2025
Dhukaasa Yunivarsiitii US keessatti banameen namoonni lama ajjeefamuun, hedduun madaa’an. OFM:Muddee.14/2025.Ameerikaa, Yunivarsiitii Birawon keessatti dhukaasa hidhataan tokko baneen barattoonni lama ajjeefamanii, namootni biroon sagal madaa’an. Bulchiinsa odola Rood keessatti dhukaasni…
OFM;ODUU/NEWS MUDDEE 09/2025
Suudaanitti haleellaan magaalota, iddoowwan gabaa fi manneen barnootaa irratti raawwate namoota dhibbaan lakkaa’aman galaafate. OFM:Mudddee.09/2025.Waraana waliinii Suudaan keessatti haleellaa qilleensarraan raawwatuun manneen jireennaa, iddoowwan gabaa, manneen barnootaa fi iddoowwan baqattoonni…
ODUU/NEWS
Guyyaan Saboota Sab_Lammootaafi Ummatoota Itiyoophiyaa 20ffaan kabjamaa jira. OFM:Muddee.08/2025.Ayyaanni kun, mata duree “Walii Galtee Diimookraatawaa Tokkummaa Sabdaneessaaf” jedhuun Naannoo Giddu Galeessa Itiyoophiyaa Magalaa Hosaanaatti kabajamaa jira. Dirree Kubbaa Miilaa yaadannoo…
ODUU/NEWS
Taayilaand biyya ollaa Kaamboodiyaa irratti haleellaa xiyyaaraa bante. OFM:Muddee.08/2025.Taayilaandi wiixata har’aa haleellaa xiyyaaraa ollaa biyyattii Kaamboodiyaa irratti raawwachuu isii waraanni biyyattii beeysiseera. Haleellaan kun kan raawwatame erga loltoonni Kaamboodiyaa bulchiinsa…
