NEWS/ODUU

Fnciltoota Suudaan RSF’n Magaalaa to’atamte keessatti ajjeechaan jumlaa raawwatamuun gabaafame. OFM:Onkoloolessa.29/2025-Suudaan Eel-Faasheer keessatti gareen ‘Rapid Support Forces (RSF) namoota nagaa kuma lamaa ol guyyoota darban keessa ajjeessuu Ze Gaardiyaan gabaase.…

ODUU/NEWS

Manguddoon ganna 92 Pawul Biyaan filannoo Kaameeruun injifachuu labsan. OFM:Onkoloolessa.27/2025-Manni Maree Heera Mootummaa Kaameeruun Pireezidaantii aangoo irra jiran Pool Biyaa sagalee gara %54 argachuun filannoo pireezidaantummaa injifachuu labse. Akka anga’ootni…

ODUU/NEWS

Ameerikaan “TikTok” dhuunfachuuf haal-duree xummure jette! OFM:Onkolooleessa.27/2025-Ameerikaan “TikTok” dhuunfachuuf haal-dureen barbaachisu hundumaa xummuramuu Ministirri Qabeennaa Ameerikaa Iskooti Besenti ibsaniiru. Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp gita isaanii Chaayinaa Shii Jinpiing waliin Kooriyaa…

NEWS/SPORT

Arsenaal Kiristaal Paalaasiin Injifate. OFM:Onkolooleessa.26/2025-Piriimeer Liigii Torbee 9ffaa har’aatiin Arsenaal galchii 1 fi 0n Kiristaal Paalaas injifateera. Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 9ffaa guyyaa har’aa taphatameen, Arsenaal Kiristaal Paalaas injifachuun…

ODUU/NEWS

President Donald Trump’s three-nation tour of Southeast Asia—his first since returning to office—focuses heavily on trade diplomacy and strategic engagement. Beginning in Malaysia, Trump is set to meet Prime Minister…

ODUU/NEWS

The U.S. Treasury Department announced sweeping sanctions on Russia’s oil sector, targeting its two largest companies—Rosneft and Lukoil—in response to President Vladimir Putin’s continued aggression in Ukraine. Treasury Secretary Scott…

ODUU/NEWS

Balaa Tiraafikaa Ugaandaatti muudateen lubbuun namoota 63 darbe. OFM:Onkoloolessa.22/2025-Ugaandaa Magaalaa Kaampaalaatti balaa Tiraafikaa daandii saffisaarratti muudateen lubbuun namoota 63 darbuun himame. Balichi daandii saffisaa guddicha Guuluu jedhamurratti kan muudate ta’uun…