ODUU/NEWS

Iraan Badhaadhina niwukilaraa akkan itti fufu addunyaan haa beeytu! OFM:Fulbaana.16/2025-Iraan haleellaa dhaabbilee niwukilaraa isii irratti raawwatamu dhoorguuf murtee Ejensii Annisaa Atoomikii Idil Addunyaa (IAEA) Viyeenaatti dhiheessuuf akka jirtu Aljaziiraan gabaaseera.…

ODUU/NEWS

Biyyoonni 42 Haalli qabiinsa mirga Namoomaa Itiyoophiyaa keessatti daangeffamuun akka isaan yaaddesse jiru Mootummoota Gamtoomaniif ibsan. OFM:Fulbaana.15/2025-Biyyoonni Afurtamii lama (42) Itiyoophiyaatti bara dhufu Filannoo gaggeeffamuuf beellamame dura, kaasuun, uggura mirga…

ODUU/NEWS

Dhaabbanni TikTok hanga Roobii dhufuutti namni bitu yoo hin argamne ykn waliigalteerra hin gahamne US keessatti cufamuuf jedha. OFM:Fulbaana.15/2025-Dhaabbanni abbummaansaa kan abbootii qabeennaa ta’e TikTok US keessatti namni bitu itti…

ODUU/NEWS

MM UK alaabaa keenna hokkoraaf dabarsinee hin kenninu jedhan. OFM:Fulbaana.15/2025-Ministirri Muummee Yunaayitid Kingidam Sar Kiir Istaarmar, Biriiteen alaabaa isii kanneen mallattoo hokkoora, sodaa fi garaagarummaa gochuun fayyadamuu barbaadaniif dabarsite hin…

ODUU/NEWS

Qotee bulaan tokko waggaa 16 seera baratee dhaabbata mootummaa mana murtii irratti injifate. OFM:Fulbaana.15/2025-Qonnaan bulaan Chaayinaa Waang Enlin jedhamu waggoota 16f seera barachuun himata dhaabbata keemikaalaa mootummaa faalama naannootiin irratti…

ODUU 9/13

Bu’aan qabxii qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa boru ifooma. OFM:Fulbaana.13/2025-Bu’aan qabxii qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2017 boru ifooma. Qabxicha ilaalchisee boru waaree booda sa’aatii 10:00: eegalee ibsi kan kennamu ta’uu…

ODUU 9/13

Balaa Tiraafikaa Gujiitti muudateen namootni sadii du’an, 35 miidhaan irra gahe. OFM:Fulbaana.13/2025-Godina Gujii seensa magaalaa Adoolaa Waayyuutti ganama har’aa Balaa konkolaataa muudateen lubbuun namoota sadii battalumatti yoo darbu, namoota 35…

ODUU 9/13

Huutiin “Kaayyoon keenna Israa’el keessatti galma ga’eera” jedhe. OFM:Fulbaana.14/2025-Gareen Hidhattoota Huutii Yaman bakka waraana Israa’el irratti xiyyeeffachuun haleellaa gaggeessuu beeysisaniiru. Dubbi himaan waraana Huutii Yahya Saaree Duula lama keessatti ejjennoowwan…

ARDAA ISPOORTII

Kilabni Nuno Espiito hojiirraa gaggeessuun Enje Poschekoguluu muude Nootiingihaam, gara Emireets imaluun har’a Arsenaal waliin falmata. OFM:Fulbaana.13/2025-Piriimiyer liigiin Ingiland torbee 4ffaa taphoota intarnaashinaalaa booddee har’a yoo eegalu taphni Arsenaal dirree…