QOPHII ADDAA SEATTLE OFFICE OF IMMIGRANT AND REFUGEE AFFAIRS MEETING
https://youtu.be/MfSOIryXeP0?si=svcY5SJf5_NZGght
OFM;ODUU/NEWS ONKOLOOLESSA 06/2025
heekni Kabajamaa fi Geggeessaan Hawaasaa Sheek Gunjaa Roobalee Aanaa Martiitti Ajjeefaman. Waldaan Barsiisota Itiyoophiyaa Ogummaan Barsiisummaa deeggaruun filatamaa akka ta’u gochuu qabna jedhe. Waldaa Barsiisota Itiyoophiyaa. Tiraamp mariisistoonni marii nagaa…
ODUU/NEWS ONKOLOOESSA 02/2025
Puutiin “Dargaggoonni hundi gara adda waraanaa Biyya Abbaa Raashiyaa ykn du’aatti” jechuun waamicha godhan.OFM:Onkoloolessa.02/2025-Miseensota NATO waliin wal dhabdee keessa kan jirtu Raashiyaan, abbaa biyyummaa isii kabachiisuuf wixinee waraanaa seenaa isii…
ODUU/NEWS
Ministeerrri Geejjibaa Ayyaana Irreessaaf hanqinni geejjibaa akka hin muudanneef qophiin taaasifame jedhe. OFM:Onkoloolessa.01/2025-Ministeerri Geejjibaafi Loojistiksii Ayyaana Irreessaaf hanqinni geejjibaa akka hin muudanneef qophii barbaachisaan taasifameera jedhe. Gorsaan Ministir Deetaa Ministeera…
ODUU/NEWS ONKOLOOLESSA 01/2025
Waldaan Utaa Waayyuu biyya Masrii hundeeffama isaa waggaa 10ffaa kabajate TPLF miidiyaa Tigraayitti qoodinsa labsu irratti tarkaanfii fudhachuuf dhaadate, gaazexeessitoonni mirga pireesii danqa jedhu. Tiraamp magaalonni Ameerikaa wiirtuu leenjii waraanaa…
