Month: January 2026

OFM;ODUU/NEWS AMAJJII 21/2026

Barreessaa Ol’aanaa UN USA’n seerota idil-addunyaatii ol akka taateetti of ilaalti’jedhe. OFM:Amajjii.21/2026.Barreessaa Ol’aanaa UN Antooniyoo Gutaarez, Ameerikaan gaafatamummaa malee socho’aa jirti, seerota idil-addunyaatii ol akka ta’etti of ilaalti jedhan. Gutaarez…

OFM;ODUU/NEWS AMAJJII 20/2026

Itiyoophiyaan Azarbaajaan daawwachuuf waamicha taasifameef simatte!Ministeerri Haqaa Herrega Karra Kaffaltii Appii Kudhan dhoorge.Tiraamp dhimma Giriinlaand Badhaasa Noobeliin yoo walqabsiisan, Gamtaan Awurooppaa haaloo ba’uuf qophaa’eSomaaliyaa fi Qaataar waliigaltee waraanaa mallatteessanIPireezidaantiin Bulgaariyaa…

OFM;ODUU/NEWS AMAJJII 19/2026

Konkolaattonni elektirikii Chaayinaa Ameerikaa Kaabaa seenuun falmii haaraa kaase. OFM:Amajjii.19/2026.Murtee Kaanaadaan konkolaattota elektirikii Chaayinaa (EV) biyya isii akka seenan hayyamuuf murteessite US’f ”baay’ee yaaddessaa fi rakkoo qabaachuu” Washingitan beeysisteetti. Akka…

OFM;ODUU/NEWS AMAJJII 16/2026

Ogeessi Aartii beekamaa Natsaannat Warqinaan du’aan lubbuun darbe. OFM:Amajjii.16/2026.Ogeessi Aartii beekamaan Natsaannat Warqinaa dhibee irra bubbuleen du’aan addunyaa tanarraa godaaneera. Natsaannat fiilmiiwwan koomeedii jaallatamoo hedduu qopheessuufi taatoo ta’uun beekama. Televizhiinii…

OFM;ODUU/NEWS AMAJJII 16/2026

Pireezidaanti Tiraamp Mormii Minisoota Keessatti adeemsifamaa jiru dhaabsisuuf Humna Waraanaa fayyadamuuf doorsisan. OFM:Amajjii.16/2026.Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp mormii farra ICE (Immigration and Customs Enforcement) Minneapolis, Minisootaa keessatti geggeeffamaa jiru dhaabuuf humna…