Month: January 2026

ODUU/NEWS

Ministirri Dhimma Alaa Yunaayitid Isteets Maarkoo Ruubiyoon haleellaa qilleensaa fi booji’amuu pireezidaantii Nikolaas Maaduroo ilaalchisee ibsa kennan. OFM:Amajjii.05/2026.Ministirri Dhimma Alaa Yunaayitid Isteets Maarkoo Ruubiyoon Sambata darbe haleellaa qilleensaa fi booji’amuu…

ODUU/NEWS

Dhaabbanni Basaasa Ameerikaa (​CIA)n himannaa Puutiin haale! OFM:Amajjii.01/2026.CIAn Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Puutiin ”Yukireen na ajjeesuuf masaraa kiyyarratti haleellaa gaggeessite” jechuun odeeffannoon Doonaald Tiraampitti odeeffannoo himan kan dhugaarraa fagaate ta’uu CIAn…

ODUU/NEWS

Iraan Humna Qilleensaa isii Teeknooloojii Misaa’elaatiin bakka buusuufi. OFM:Amajjii.01/2026.Iraan, humna waraanaa Baha Giddu Galeessaatti kan ilaalamu Iraan, akkuma biyyoota biroo xiyyaarota waraanaa dhiisanii humna misaa’elaa irratti xiyyeeffatu tarsiimoo ittisaa hordofaa…