ODUU/NEWS
Taayilaanditti olguddattuun qawwee pilaastikaa meeshaa taphaa fayyadamuun jaldeessa ofirraa ittistu ijoo dubbii ta’e. OFM:Gurraandhala.08/2026.BiyyaTaayilaandi bulchiinsa Lopburi keessatti Daa’imni durbaa tokko jaldeessota kumaatamaan lakkaa’aman irra deddeebi’anii jiraattota rakkisuu fi nyaata hataniin…
