Author: Abdella Gemmedu

OFM;ODUU/NEWS

YouTuber’ beekkamaan ‘IShowSpeed’ Finfinnee seene. OFM:Amajjii.13/2026.‘YouTuber’ Ameerikaa beekkamaan ‘IShowSpeed’ yookaan Daaren Waatkiins Finfinnee daawwatee jira. Hordoftoota miiliyoona 100 fi miiliyoona 50 ol kan qabu Daaren Waatkiins, Finfinnee wayita daawwatu kanatti…

OFM;ODUU/NEWS AMAJJII 11/2026

Miniyaapolisitti mormii dhalateen poolisiin madaaye, namootni hidhaman. OFM:Amajjii.11/2016.Dubartiin qaamolee seera Immigireeshinii kabachiisanii itti dhukaafamee du’uusii hordofee mormii dhalateen Poolisiirra miidhaan gaheera, Namoonni 29 akka to’atamanis gabaafame. Poolisiin tokko cabbiin itti…

ODUU/NEWS

U.S. Central Command announced that American forces launched “large‑scale strikes” against ISIS targets in Syria as part of Operation Hawkeye Strike. The mission was ordered by President Donald Trump after…

ODUU/NEWS

Abbaan taayitichaa Sirna eebbaa irratti boba’aan dhangalaasuun miidiyaa gubbaatti mul’ate; buufaticha uggure! OFM:Amajjii.10/2026.Abbaan Taayitaa Boba’aa fi Inarjii naannoo Oromiyaa Godina Arsii Aanaa Diiksis Magaalaa Hamdaa keessatti buufata gaazaa hojii jalqabuu…

ODUU/NEWS

Tiraamp “Tolaanis ta’u Lolaan” Giriinlaandi ni qabanna jedhan. OFM:Amajjii.10/2026.’Raashiyaafi Chaayinaan akka hin fudhanne US Giriinlaand abbummaan ​​qabaachuu qabdi’ jedhan Donaald Tiraamp. Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp Raashiyaafi Chaayinaan Giriinlaand akka hin…