ODUU/NEWS August 13/2026
Iraan ittisa qilleensaa olka’iinsa gadi aanaa fi jiddu galeessaa cimsaa jirti. OFM:Hagayya.13/2026.Walitti bu’iinsa kaluu kana uumameen dandeettii ittisa qilleensaa isii irratti miidhaa guddaa kan irra gahe Iraan, neetworkii ittisa qilleensaa…
