Category: Oduu Haarawa

ODUU/NEWS ONKOLOOLEESSA 10/2025

OFM:ODUU HAARAWA:Onkol-10/2025 •••••••••••••••••••••• Maariyaa Korina Machaadoo Venezuweelaa irraa Badhaasa Noobeelii Nagaa Mo’atte! Badhaasa Nobeelii Nagaa bara 2025 Doonaald Tiraamp ni mo’atan jedhamee osoo eegamuu dubartiin Venezuweelaa Maariyaa Koorina Machaadoo mo’atte.…

ODUU HAARAWA

OFM:BREAKING NEWS:March.14/2025 •••••••••••••••••••••• 5.2 magnitude earthquake shakes San Diego area What is an earthquake?An earthquake is caused when two blocks of Earth’s crust slip past each other on a fault…

ODUU HAARAWA

OFM:ODUU GADDAA:Guraandhala.21/2025 Abbaa Tamaam(H/Abubakar Dhadachoo)Du’aan Addunyaa tanarraa godaanan. Abbaan Tamaam yookiin Sheekni Gannaalee, Jireenni isaanii Aanaa Heexosaa, Magaalaa Itayyaa yoo ta’u, Nama Hawaasa Aanaa Heexosaatiin jaallatamummaa, maqaa gaarii, akkasuma dhageettii…