Category: Oduu

ODUU/NEWS FULBAANA 12/2025

Bulchiinsi Tirampi ajaja labsii US Kaaba Itiyoophiyaarratti bara bulchiinsa Baayidan baaste akkuma jirutti akka itti fufu murteesse OFM:Fulbaana.12/2025-Bulchiinsi Pireezdaantii Doonaaldi Tirampi ajaja labsii Yuunaayitid Isteetis rakkoo nageennaa Kaaba Itiyoophiyaa ilaaluun…

ODUU/NEWS

Fulbaana 11: Taatee sa’aatii 8 seenaa Ameerikaa keessatti yaadatamaa hafe! OFM:Fulbaana 11, 2001, Ameerikaatti guyyaa idilee hin turre. Yerichi yeroo murteessa seenaa Ameerikaa fi Addunyaa keessatti yeroo hundaa yaadatamu fuula…

ODUU 9/10

SIRNA RUBBOO: Gulantaa walbaruu hiriyoota fi shaakala aangoo Gadaa Oromoo Karrayyuu OFM:Fulbaana.10/2025-Karrayyuu gosa Dullachaa fi Baasoo kanneen sadarkaa Rubboo gahan baatii Adoolessaa fi Hagayyaa raamaaf bobba’u. Miseensaa fi Shaayii Rubboo…

ODUU 9/10

US haleellaa Israa’el Kaataritti raawwatteetti hin gammanne’ jette. OFM:Fulbaana.10/2025-Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Traamp haleellaa qilleensaa Israa’el Kaatar irratti raawwatte ilaalchisee ” itti hin gammanne” jechuun ibsan. Haleellaan kun ”kaayyoo Israa’eel ykn…

ODUU 9/10

Ragaaleen miliqanii bahan dhaabbanni Chaayinaa teeknoolojii hordoffii fi gulaalliif oolu, gara Itiyoophiyaa ergaa turuu saaxilan. OFM:Fulbaana.10/2025-Ragaaleen miliqanii bahani, dhaabbanni Chaayinaa teeknooloojii saansura interneetiif hojiirra oolan gara Itiyoophiyaa, Miinmaar, Paakistaanii fi…

ODUU 9/9

Yukireenitti namoonni mindaa sooramaa fudhachuuf hiriiran 21 ajjeefaman. OFM:Fulbaana.09/2025-Haleellaa xiyyaaraa Raashiyaan Baha Yukireenitti raawwatteen yoo xiqqqate namoonni 21 ajjeeffaman. Namoonni haleellaa kanaan miidhaman namoota Doonesk, ollaa Yiroovaa jedhamu keessatti mindaa…

ODUU 9/9

Masriin hooggansa Hidha Haaromsa Itiyoophiyaa mormuun UN’tti xalayaa barreessite. OFM:Fulbaana.09/2025-Masriin Itiyoophiyaan hidha ijaartee eebbisiisuun hojii eegalchiisuusii mormuun Mana Maree Nageennaa Dhaabbata Biyyoota Gamtoomaniitti xalayaa barreessite. Xalayaa Ministirri Dhimma Alaa Masrii…

ODUU 9/9

Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa fi Ministirri Raayyaa Ittisa Biyyaa duraanii Lammaa Magarsaa (Ph.D) Hidhi Haaromsaa Guddichi xummuramuu isaatti gammaduu ibsan. OFM:Fulbaana.09/2025-Lammaa Magarsaa (Ph.D) ibsa barreessaniin, “Hirmaannaa fi carraaqqii Lammiilee Itiyoophiyaa…

ODUU 9/5

Haleellaa tibbana finxaaleyyiin faannoo Aanaa Abee Dongoroo ganda Hoomaa Gaaleessaatti raawwataniin namoonni 6629 qe’ee isaaniirraa buqqa’an qarqaarsa hatattamaa barbaadu. OFM:Fulbaana.06/2025-Aanaa Abee Dongoroo ganda Hoomaa Gaalessaatti haleellaa hidhattootni finxaaleyyii Faannoo tinbana…

ODUU 8/28

Godina Geediyootti Sigiga lafaan lubbuun namoota 9 darbe. OFM:Hagayya.28/2025-Godina Geediyoo Aanaa Reephitti balaa sigiga lafaa mudateen lubbuun namoota 9 darbeera. Balichi halkan edaa Sa’aatii 5tti kan muudate ta’uu Qajeelchi Poolisii…