Category: Oduu

ODUU/NEWS

Hojjettoonni lagannaa hojii jalqabnaan daandiin qilleensaa Kaanaadaa balalii hunda addaan kute. OFM:Hagayya.16/2025-Hojjettoonni Daandiin Qilleensaa Kaanaadaa, Air Canada, lagannaa hojii jalqabnaan dhaabbatichi balalii mara addaan kute. Tarkaanfiin hojjettootaa kuni karoora imalaa,…

ODUU/NEWS

Masriin Laga Namtolchee Ijaaruufi! OFM:Hagayya.15/2025-Masriin laga namtolchee dheerina kiloomeetira 114 dheeratu “New Delta” jedhamu kan gammoojjii iskuweer kiiloo meetira 9,200 qonnaan uwwisu doolaara biiliyoona 9.7n ijaaruu eegalte. Pirojektichi bishaan laga…

ODUU/NEWS

North Korean leader Kim Jong Un and Russian President Vladimir Putin held a phone call to reaffirm their growing strategic partnership and military cooperation, particularly in the context of Russia’s…

ODUU/NEWS

Mexico extradited 26 high-ranking cartel figures to the United States in a major move coordinated with the Trump administration, reflecting intensified bilateral efforts to combat drug trafficking and organized crime.…

ODUU/NEWS

Gamtaa Awurooppaa daangaan Yuukireen humnaan jijjiiramuu hin qabu jedhe. ‎OFM:Hagayya.12/2025-Hooggantootni Awurooppaa ibsa baasaniin ummanni Yuukireen egeree isaa murteeffachuuf bilisummaa qabaachuu akka qabu ibsaniiru. Hooggantootni Gamtaa Awurooppaa daangaawwan Yuukireen humnaan akka…

ODUU/NEWS

Jiraattota hidha Laga daadhii fi Dirree gara gadiitti argamaniif akeekkachiisni kenname. OFM:Hagayya.11/2025-Abbaa Taayitaa Bishaanii fi Dhangala’aa “Jiraattonni hidhaalee gadi jiran miidhaan akka hin geenne of eeggannoo akka godhan gaafanna” jedhe.…