OFM;ODUU/NEWS MUDDEE 23/2025
Hogganaan Waraana Liibiyaa caccabaa Xayyaaraa keessatti du’ee argame. OFM:Muddee.23/2025•Hogganaan waraana Liibiyaa Mohaammad Alii Ahmed Al-Haddad fi namoonni afur Kiibxata halkan Turkiyaatti balaa xiyyaaraa muudateen du’uu isaanii Ministirri Muummee Abdulhamid Dbeiba…
