Category: Oduu

ODUU/NEWS

The Washington State Patrol is investigating a fatal shooting that occurred around 7:30 p.m. Wednesday on State Route 167 near Ellingson Road in Algona, south King County. The victim, identified…

ODUU/NEWS

Pireezidaantiin Sooriyaa yaalii ajjeechaarraa hafan. OFM:Waxabajjii.28/2025-Pirezdaantiin Sooriyaa Ahmad Al-Shara’i yaalii ajjeechaarraa hafuun isaanii gabaafame. Miseensi ol’aanaa ISIS kan Hizbullah waliin hidhata qabu magaalaa Daraa’i keessatti Pirezidaantii Sooriyaa Ahmad Al-Shara’i ajjeesuuf…

ODUU/NEWS

The Supreme Court ruled that federal judges do not have the authority to issue nationwide injunctions, a decision that curtails a key legal tool used to block presidential policies across…

ODUU/NEWS

Zohran Mamdani, a 33-year-old democratic socialist and New York State Assembly member, is on track to become the Democratic nominee for New York City mayor following Andrew Cuomo’s concession. His…

ODUU/NEWS

Badhaasa Noobeelii Nagaa! OFM:Waxabajjii.26/2025-Tiraamp waliigaltee nagaa Iraanii fi Israa’el jidduutti jiddu galeessa ta’uun gahee isaaniitiin badhaasa Noobeelii Nageennaaf kaadhimaman. Donaald Tiraamp xalayaa ittiin kaadhimaman kana akkaawuntii tiwiitara dhuunfaa isaanii TRUTirratti…

ODUU/NEWS

Barachuuf gara Ispeen dhufuu dandeessu jette Ispeen. OFM:Waxabajjii.25/2025-Ispeen barattoota biyya alaa Tiraampiin US irraa dhoorgaman hawwachuuf seera viizaa salphifte jedhameera. Ispeen barattoota biyya alaa bulchiinsi pireezidaant Doonaald Tiraampiin gara US…

ODUU/NEWS

A new U.S. intelligence assessment from the Defense Intelligence Agency reveals that recent American airstrikes on Iran’s nuclear infrastructure caused notable damage but fell short of total destruction. The strikes…

ODUU/NEWS

Barreessaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii “Iraan kabajamuu qabdi” jedhan. OFM:Waxabajjii.20/2025-Walitti bu’iinsi Israa’elii fi Iraan akkaataa itti mariin dhaabaturratti Jeneevatti yeroo mariin gaggeeffamaa jirutti Manni Maree Nageennaa UN ammoo dhimmuma kanarrati walgahee…

ODUU/NEWS

The U.S. State Department has resumed processing student visas but now requires applicants to set their social media accounts to public for review. Officials will check for posts or messages…