Category: Oduu

ODUU/NEWS

Ameerikaan Huutiin loluu akka hin barbaannee fi haleellaa Yaman irratti raawwataa turte akka dhaabdu himte. OFM:Caamsaa.07/2025-Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp gareen Huutii ‘Harka kennateera’ waan ta’eef, Ameerikaan Huutii irratti duuluu ni…

ODUU/NEWS

Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan PSGn xummuraaf darbe. OFM:Caamsaa.08/2025PSG’n Arsenaal injifachuun xummuraa Waancaa Shaampiyoonsi liigii Awurooppaaf gahe. Tapha deebii Walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’a taphatameen PSGn Arsenaal injifachuun xummuraaf darbe. Tapha…

ODUU/NEWS

Tensions between India and Pakistan have escalated following India’s missile strikes on alleged militant sites in Pakistan. India claims it targeted nine locations linked to planned terrorist attacks against India,…

ODUU/NEWS

Pireezidaantiin Burukiinaa Faasoo ennullee yaalaaf biyya alaa hin deemu jedhan. OFM:Caamsaa.05/2025-Pireezidaantiin Ibraahim Tiraa’oree kilinika socho’aa 15 kan jalqaban yoo ta’u, ”lammiileen bakka hundatti argaman tajaajila yaalaa argachuu qabu” jedhan. Baadiyyaa…

ODUU/NEWS

Yakkamaan daa’ima waggaa 6 ajjeese hidhaa waggaa 53 itti murtaa’e. OFM:Caamsaa.03/2025-Yunaayitid Isteetis magaalaa Ilinois keessa kan jiraatu namni umriin isaa 73 Joseph Chouba, daa’ima Wade Al Fayoum, lammii Ameerikaa daa’ima…

ODUU/NEWS

The White House recently held a series of influencer briefings, inviting social media personalities and independent media figures to engage with the administration. While the press secretary, Karoline Leavitt, framed…

ODUU/NEWS

Michael Gloss, the 21-year-old son of Juliane Gallina, a senior CIA official, tragically passed away during the Ukraine conflict in 2024. Gallina’s family revealed that Michael had faced mental health…

ODUU/NEWS

Gaazexeessaan lammii Falasxiin haadha warraa fi intala isaa waliin ajjeefame. OFM:Muddee.25/2025-Gaazexeessaan lammii Falasxiin Sa’iid Abu Hasanein haadha warraa fi intala isaa waliin haleellaa qilleensaa Israa’el magaalaa Gaazaa Deir al-Balah keessatti…