Badhaasa Noobeelii Nagaa! OFM:Waxabajjii.26/2025-Tiraamp waliigaltee nagaa Iraanii fi Israa’el jidduutti jiddu galeessa ta’uun gahee isaaniitiin badhaasa Noobeelii Nageennaaf kaadhimaman. Donaald Tiraamp xalayaa ittiin kaadhimaman kana akkaawuntii tiwiitara dhuunfaa isaanii TRUTirratti maxxansaniiru.