Humni Hogganaa nageenna magaalaa Aksumiin duurfamu Muslimoota Salaata Juma’aaf walitti qabaman irratti haleellaa raawwate! Tiraamp mariin nagaa yoo fashalaa’e waraanni  “xummura argata” jechuun doorsisan! Biraazil US irraa meeshaa waraanaa 1,100 ol fi qoricha sammuu namaa hadoochu toonii 1.5 to’annoo jala oolche jette! Pireezidaantiin Jibuutii Ismaa’il Oomaar Giillee filannoo marsaa jahaffaa Jibuutii injifatan. Hogganaan Raayyaa Ittisa Biyyaa Yugaandaa Muhuzi Keinerugaba Turkii waliin mari’achuuf haal-duree Doolaara Biiliyoona 1 kaa’an.

Comments (0)

Your email address will not be published. Required fields are marked *