ODUU/NEWS EBLA 09/2026
KENT WA – According to police, three people lost their lives in two separate acts of violence that occurred in Kent on Tuesday night. Late Wednesday, Kent police confirmed that…
KENT WA – According to police, three people lost their lives in two separate acts of violence that occurred in Kent on Tuesday night. Late Wednesday, Kent police confirmed that…
Mariin Nagaa Islaamaabaad keessatti taasifamuuf ture addaan cituun dhagahame! Dhaabbanni oduu Iraan Tasnim akka gabaasetti, jilli Iraan magaalaa guddoo Paakistaan Islaamaabaad ga’uu isaa gabaasni dhiyaate “soba” ta’uu fi mariin kun…
Abbaan Seeraa Yuunaayitid Isteetis itti-fufiinsa dahannoo seeraa Itiyoophiyaanotaaf kennamu akka hin dhaabamne dhoorge! Pireezidaanti Tiraamp “Injifannoo Itti Aanu eegaa jirra” dhukaasa dhaabuu Iraan Irratti Shakkii qaban kaasan! Jilli Iraan marii…
Yakka daddabarsa namootaa ol’aanaan barbaadamaa kan ture Yitibaarak Daawiit waahillaan isaa waliin to’atame! Muummeen Ministiraa Abiyyi “Gabaasa Waggaa” Leetenaal Jeneraal Taaddasaa Warradaa fudhachuu fi “bu’aalee gabaasichaa” irratti mari’achuu isaanii ibsan.…
Mootummaan Tasgabbii gabaa uumuuf task force daldala biyyoolessaa hundeessuu akka qabu gaafatame! Sa’udiin lammiilee Itiyoophiyaa torbee darbe keessa seeraan ala gara biyyaatti galuuf yaalaa turan to’annaa jala oolchite! US fi…