Hojjettoonni warshaalee huccuu mindaa gadi aanaa malees sarbama mirgaa isaan muudatuun saaxilamoodha jedhame. Kuusni Boba’aa Uumamaa Wallootti argame Qisaas-amaa turuun himame Pireezidaanti Zelensky Waliigaltee Nageennaa Ameerikaan Deeggaramu Mallatteessuuf Qophaa’aa miti jedhame. Israa’eliifi Hamaas dhukaasa dhaabuu marsaa lammaffaa Ameerikaan deeggaramu yeroo dhiyootti jalqabuufi. Taayilaand biyya ollaa Kaamboodiyaa irratti haleellaa xiyyaaraa bante. Mootummaan Beeniin loltoota fonqolcha mootummaa gaggeessuuf turan to’achuu ibse

Comments (0)

Your email address will not be published. Required fields are marked *