heekni Kabajamaa fi Geggeessaan Hawaasaa Sheek Gunjaa Roobalee Aanaa Martiitti Ajjeefaman.
Waldaan Barsiisota Itiyoophiyaa Ogummaan Barsiisummaa deeggaruun filatamaa akka ta’u gochuu qabna jedhe. Waldaa Barsiisota Itiyoophiyaa.
Tiraamp mariisistoonni marii nagaa Gaazaa murteessa ta’e hatattamaan akka jalqaban gaafatan.
Al-Shabaab uffata danbii waraana Somaaliyaa uffachuun mana hidhaa eegumsa cimaa qabu seenee haleellaa gaggeesse.