Lammiileen Itiyoophiyaa miiliyoona 44 ol ta’an dhiheessii bishaan dhugaatii qulqulluu akka hin arganne ibsame.
Itiyoophiyaan sababa haleellaa saayibariitiin waggaatti birrii tiriliyoona 10 ol dhabuu akka dandeessu himameer
Yaa’iin hoggantoota Gamtaa Afrikaafi Awurooppaa Sadaasa 15fi 16 adeemsifama.
US waggoota 30 booda yaalii meeshaa niwukilaraa eegalte.
Meetaan Seera uggura miidiyaa hawaasaa Awustiraaliyaan ol guddattoota umrii 16 gadii irratti baaste, hojiirra oolchuufi.
