ODUU/NEWS

President Donald Trump honored fallen service members at Arlington National Cemetery on Memorial Day, delivering a speech that commemorated their sacrifice while briefly referencing his efforts to “fix” the country.…

ODUU/NEWS

Russia and Ukraine completed a major prisoner swap on Sunday, exchanging 303 soldiers each, following previous exchanges of 307 and 390 prisoners over the past two days. This marked the…

ODUU/NEWS

Mariin niwukilaraa Iraanii fi Ameerikaa jidduutti Xaaliyaanii Roomitti gaggeeffame jijjiiramni guddaan akka hin argamne himame. OFM:Caamsaa.25/2025-Ministirri Dhimma Alaa Iraan Abbaas Araghchi ”hanga ammaatti mariin ogummaa baay’een raawwatameera” wayita jedhan, jiddu-galeessituun…

SPORT/NEWS

Zyaavii Aloonsoon leenjisaa Riyaal Maadriid ta’e. OFM:Caamsaa.25/2025-Lammiin Ispeen taphataan duraanii Maadriid Zyaavii Aloonsoon leenjisaa Riyaal Maadriid ta’uun muudamuu ibsameera. Zyaavii Aloonsoon hanga bara Faranjootaa 2028tiitti leenjisaa Riyaal Maadriid ta’ee tajaajiluuf…

ODUU/NEWS

Canadian Prime Minister Mark Carney has confirmed discussions with U.S. President Donald Trump about Canada potentially joining the proposed Golden Dome missile defense program. This program, expected to cost $175…

ODUU/NEWS

Somaalilaand biyyoonni 130 ol beekamtii akka kennaniif gaafatte. OFM:Caamsaa.19/2025-Pireezdaantiin Somaalilaand Abdirahmaan Mohaammad Abdullaahii biyyoota 130 ol ta’an Somaalilaandiif beekamtii biyyummaa akka kennaniif waamicha taasisaniiru. Pireezidaantichi kan kan dubbatan, Sagantaa bilisummaa…

ODUU/NEWS

Baayidan dhibee Kaansariin qabamuun isaanii dhagahame.OFM:Caamsaa.19/2025-Pireezidaantiin duraanii Ameerikaa Joo Baayidan dhibee kaansariin qabamuu waajjirri isaanii beeysiseera.Joo Baayidan dhibee kaansarii “Pirooteesti” jedhamuun akka qabamaniifi seeliin isaa gara lafee isaaniitti tatamsa’uu eerameera.Dhibeen…

ODUU/NEWS

Rakkoon Naayijeeriyaa amma muudate Pireezidaantii duraanii Olusegun Obasanjo imimmaan boochise! OFM:Caamsaa.19/2025-Hiyyummaa fi beelli Naayijeeriyaa keessatti guddataa dhufe rakkoo maallaqaa bira darbee amma lubbuun jiraachuu fi kabaja dhala namaa balaadhaaf saaxilee…

SPORT/NEWS

Atileet Madiinaa Isaa fiigicha kiiloomeetira 10 Maanchastaritti gaggeeffame injifatte. OFM:Caamsaa.18/2025-Atileet Madiinaa Isaa fiigicha kiiloomeetira 10 dubartootaan Maanchastaritti adeemsifame mo’atteetti. Atileet Madiinaan dorgommii kana daqiiqaa 30 fi sakondii 42n xummuruun tokkoffaa…

ODUU/NEWS

Seattle police are investigating a deadly shooting in the city’s Pioneer Square neighborhood. Officers on patrol discovered the scene just before 1:30 a.m. Three people in their 20s—two men and…