ODUU 9/9
Masriin hooggansa Hidha Haaromsa Itiyoophiyaa mormuun UN’tti xalayaa barreessite. OFM:Fulbaana.09/2025-Masriin Itiyoophiyaan hidha ijaartee eebbisiisuun hojii eegalchiisuusii mormuun Mana Maree Nageennaa Dhaabbata Biyyoota Gamtoomaniitti xalayaa barreessite. Xalayaa Ministirri Dhimma Alaa Masrii…
ODUU 9/5
Haleellaa tibbana finxaaleyyiin faannoo Aanaa Abee Dongoroo ganda Hoomaa Gaaleessaatti raawwataniin namoonni 6629 qe’ee isaaniirraa buqqa’an qarqaarsa hatattamaa barbaadu. OFM:Fulbaana.06/2025-Aanaa Abee Dongoroo ganda Hoomaa Gaalessaatti haleellaa hidhattootni finxaaleyyii Faannoo tinbana…
ODUU 8/27
Abbaan Taayitaa Kabachiisa Dambii Magaalaa Finfinnee oofiisaroota itti gaafatamummaa seeraan itti kenname naamuusa oogummaan alaa bahatan irratti tarkaanfii fudhate. OFM:Hagayya.28/2025-Magaalaa Finfinneetti kabachiistota dambii naamuusa ogummaarra darbuun, namoota daandiirraa seeraan ala…
