ISPORT NEWS
Luwiis Diiyaaz gara Muunikitti jijjiirraa isaa xummuree jira. OFM:Adoolessa.30/2025-Kilabiin Jarman Baayermuuniik Luwiis Diiyaaziin Liivarpuul irraa mallatteessisuu beeysise. Shaampiyoononni Bundesliigaa jijjiirraa taphataa lammii Kolombiyaa kanaaf Paawundii miiliyoona 65.5 kaffaleera. Taphataan umrii…
ODUU/NEWS
Indiyaafi Biriteen waliigaltee daldalaa doolaara biiliyoona jahaa walii mallatteessan. OFM;Adoolessa.25/2025-Ministirri Muummee Indiyaa Naareendiraa Moodiifi gitasaanii Biriteen Sar Kiir Staarmar waliin waliigaltee daldalaa doolaara biiliyoona jahaa mallatteessaniiru. Waliigalteen kun Yunaayitid Kiingidam…
ODUU/NEWS
Koomishiniin Poolisii Affaar Odeeffannoon Fuula Miidiyaa Hawaasaa Isaarratti Maxxanfame kan miseensa “Diinatti dheesseetiin” ta’uu ibse. OFM:Adoolessa.24/2025-Komishiniin Poolisii naannoo Affaar ibsa baaseen odeeffannoowwan tibbana fuula Feesbuukii isaa irratti maxxanfamaa jiran ergaa(dhaamsa)isaa…
ODUU/NEWS
WHOn haleellaa Israa’el dhaabbilee Gaazaa irratti raawwattu balaaleffate. OFM:Adoolessa.23/2025-Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa haleellaa Israa’el Jiddugala Gaazaa irratti raawwatte balaaleffateera. Dhaabbatichi haleellaan dhaabbilee isaa jiddugala Gaazaa irratti raawwatame hojii isaa itti fufuuf…
ODUU/NEWS ADOOLESSA 23/2025
https://youtu.be/rsB8NEqbgC4?t=2 Ministira Dhimmaa Alaa US Ruubiyoo fi MM Dr Abiyyi tasgabbiifi diinagdee Itiyoophiyaafi naannichaarratti mariyatan.Ameerikaan UNESCO keessaa baate. Boorana Dhaasitti haleellaa ka'umsi 'babal'ifannaa daangaati' jedhameen lubbuun darbe. Iraan sagantaa gabbisa…
